Oromo
L'oromo (afaan oromo) est une langue, ou une macro-langue, de la famille des langues couchitiques, dont l'ensemble des variations ou langues sont, en 2015, le parler maternel de 35 millions d'habitants de la corne de l'Afrique,[n 1], appelés Oromos, principalement en Éthiopie, mais aussi au Kenya, en Somalie ou à Djibouti. Elle connaît des variations, comme le borana-arsi-guji, l'oromo oriental, l'orma au Kenya, ou l'oromo occidental. En 1875, la Bible a été traduite pour la première fois en oromo par Johann Ludwig Krapf, un missionnaire de la Church Missionary Society.
Source : Wikipedia francophone
Afaan Oromoo afaan baay'inaan Afrikaa keessatti dubbataman keessaa sadarkaa afraffaarra jira akka Baayisaa Fufaan qorannoo isaa keessatti addeessetti. Kana jechuun afaan Arabaa, afaan Kiswaahiliitiif, afaan Hawusaatti aana jechuudha. Afaan Arabaa fi afaan Kiswaahilii afaan ardii biraa yoo ta'an, Afaan Oromoo afaan Afrikaa keesdubbatamu keessaa Lammaffaa ta'a; osoo mootummaa yookiin wiirtuu afaanii qabaatee immoo addunyaarratti sadarkaa sadaffaaAfaan Oromoo afaan baay'inaan Afrikaa keessatti dubbataman keessaa sadarkaa afraffaarra jira akka Baayisaa Fufaan qorannoo isaa keessatti addeessetti. Kana jechuun afaan Arabaa, afaan Kiswaahiliitiif, afaan Hawusaatti aana jechuudha. Afaan Arabaa fi afaan Kiswaahilii afaan ardii biraa yoo ta'an, Afaan Oromoo afaan Afrikaa keesdubbatamu keessaa Lammaffaa ta'a; osoo mootummaa yookiin wiirtuu afaanii qabaatee immoo addunyaarratti sadarkaa sadaffaa ta'u ni mala. Afaan Oromoo Afaanota Itoophiyaa keessaa isa duraati. Afaan Oromoo kutaa afaanii Afroo-Eshiyaatiik jedhamu jalatti ramadama. Afaan kun Afroo-Eshiyaatiik keessaa garee afaanii Kuush jalatti qooddama. Afaanota Kuushi keessa Afaan Oromoo afaan sabni baayyeen dubbatu yoo ta'u, uummata miiliyoona 60 ol ta'utu dubbata. Uummatni afaan kana dubbatu Itoophiyaa fi Kaaba Keeniyaa keessa jiraata. Akka warri afaan qoratan jedhanitti, Afaan Oromoo loqoda(garee) afur qaba: Oromoo Boorana-Arsii-Gujii, Oromoo Bahaa, Ormaa, fi Oromoo Dhihaa fi Giddugaleessa ti. Diikshinerii
Source : Wikipedia local
Carte
Source : Wikidata
Article premier de la déclaration universelle des droits de l'homme
Article premier de la Déclaration universelle des droits de l'homme (voir le texte en français) : Ilmi namaa hundinuu bilisa fi ulfinaa fi mirga wal qixxee dhalata. Kennaa sammuu fi qalbii kan qaban yoo ta’u, hafuura obbolummaatiin waliif socho’uu qabu.
Source : Wikipedia francophone
Alphabets
- alphasyllabaire guèze
- alphabet latin
Codes de langue
Source : Wikidata